Ibaadaa

 

Ibaadaa

Ibaadaa Jachuun

Salaata

Soomana

Zakaa

Hajjii

Xahaara

 

 

Ibaadaa Jachuun

Ibaadaa jachuun islaamummaa keessatti

Ibaadaa jachuun  islaamummaa keessatti :  Gama tokkichummaa Rabbiitti deebi’uu, waan hunda keessatti, akka inni kharaa godhetti  Rabbi jaalachuu fiii guddisuu waliin, galata isarra barbaaduu waliin, adaba isaa sodachuu waliin, Akka Rabbiin ja’etti “ je’ii : (yaa ergamaa Rabbii)   salaataan ani salaatu, waaniin qalu hunda, jiruun tiyyaa fii duuti tiiyya  Rabbii addunyaa tanaatu harkaa qaba ” Qur’aana. kun hikkaa ibaadaa yaada walii galaati, yaada khophaatiin ammoo ..Ibaadaa jachuun :  ( Mallattoo diinaa hunda kan akka   Salaataa, Du’aa’ii, Zakaa, Soomana, Hajjii, Qur’aana qara’uu, Zikrii goodhuu  fii kan kana fakkaatan hunda )

 

.

 

 

Copyright © 2008  oromomuslim.com All Praise is due to Allah (SWT)